2 Chronicles 1:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tanaafi amma qalbiifi beekha anini gumi tante tanaani fidu naa kenni. Yo atini qalbi naa inkenini anini akami dandae gumi tana fida?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka banii kee akka misha'atti bulchuu danda'u beekumsaa fi ogummaa naa kenni; yoo kana hin taanee banii guddaa kana eentu bulchuu danda'a?» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarumma'aa fi beekkumsa ani ittiin kolbaa tana bulchu naaf kenni; yoo tun hin te'in kolbaa teeti hunnaamettii tana eentu bulchuu dande'a ree?» jedhe.