2 Chronicles 1:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini beekhaafi qalbi sii kenna. Tana malele, hormaatafi beesefi gurra dansa hayyooti d'ibiini taka inargatini, ka yokhaani nami d'ibileeni deebie inarganne, sii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani kunoo beekumsaa fi ogummaa na kadhatte sii kenna; kanatti eda'ee durummaa, qabeennaa fi gurra dhagayachuu mootonni tanaan dura turan hin argannee fi ka uf afoo eennullee argachuu hin dandeenne sii kenna» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani qarumma'aa fi beekkumsa sii hin kenna; kana maleelle qarummaa, qabeennaa fi ulfinna moototi si'iin duraa hin qanne, ka moototi si'iin duuba mootii te'u'uu jiranulle hin qabaanne sii kenna» jedhe.