2 Chronicles 1:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Yerusalemu keesa qarsifi worqiini lafa ira dabarte, akuma d'akhaati heregani, hind'eesale akuma mukha dambiti heregani, ka fulla ch'ufa jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara mootichi Solomoon mooye birriinii fi worqiin Yerusaalemiin keessatti waan guddatee baay'ateef akkuma dhagaa raasaa keessaatitti lafa guute; baay'inni birbirsa Libaanosiillee akkuma odaa lafa gammoojji'ii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi meeti'ii fi worqiin Yerusaalem keessatti akka dhaka'aa akka bacattu, birbirsille akka muka harru'uu ka biyya kooba jalaa akka bacatu godhe.