2 Chronicles 1:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, nu yaasa, fulla Waaqa iti kad'atini ta Gibeoni d'anna. Wonti worri achi d'aqeefi, waan Waaroni Woyyuma ta hojatuni AABBO Waaqa Musani duri lafa gamooji keesati jaare achi jirtuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gara hulee itti waaqeffatan ka tulluu Gabaa'oonii irra jiru bira isa woliin akka dhaqaniif ajaje; sababaan achi dhaqaniif daaseen Rabbii ka tajaajilaan Rabbii Muuseen lafa gammoojji'iititti hojjate tulluu Gabaa'oonii keessatti waan argamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dunkaaniin Woldeenna'aa ta Waaqaa, ta tajaajilaan Mootii Waan Maraa Muuseen goomolee keessatti huje waan achi jirtuuf, Solomoonii fi kolbaan marti gara addee waaqonfanna'aa ta Giibe'on keessaa dhaqane.