2 Chronicles 1:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Ammo Sanduqi Wold'aqisa Waaqa Yerusalemu jira, waaro hayyu Daudini gaafa Sanduqa suni Kiriath-Yearimu fuud'ani, mid'aaseefi taani keesa.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduundhi waadaa Rabbii garuu hennaa mootichi Daawiti Qiriyaati'aarimii fidee daasee Yerusaalemiin keessatti qopheesse keessa taa'a'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, Daawiti Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa, ta Kiriiyat-Ya'ariim jiru fidee, dunkaanii Yerusaalem keessatti dhaabe keessa keyeeraayyu.