2 Chronicles 1:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti mesa fakaata, ka sibiila diimani mid'aasani, ka Bezelelini, ilmi Uri, ka ilma Huri, mid'aaseleeni Gibeoni keesa ch'icha Waaro Woyyuma jirti. Achiti Solomonifi gumiini ch'ufti AABBO Waaqa kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciinca'aa garuu ka Baasili'eel ilmi Uumrii ilma Hoorii sibiila diimaa irraa hojjatellee daasema Rabbii san afoo jira ture; Solomoonii fi baniin maruu achitti Rabbii sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen ciinca'aa ta ilmi Urii Baxaali'el, akaakoon Huurii, sageettuu irraa huje achi Dunkaanii Woyyittii Mootii Waan Maraa dura jirtiiyyu; maarre Solomoonii fi kolbaan sun achitti fedhii Mootii Waan Maraa barbaadane.