2 Chronicles 1:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini waan jed'eeni, Atini duri hojattu kanke, abba kiyya Daudi, guddo jaalate, atini amma yayu fulla isaa hayyu naa tolchite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoonillee Rabbiin «Ati abbaa kiyya Daawititti jaalala guddaa kee mudhifteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon deebisee Waaqaan, «Ati abbaa kiyya Daawititti jaalala keeti guddaa ka bara baraa mudhittee, akka ani addee isaatitti mootii te'u na gooteerta.