2 Chronicles 10:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBUMA Waaqati hayyicha biyya ch'aqasu d'owe, aka akasiini dubbini inni raaga Ahiya jed'ani, ka Shilo bahe, Yeroboamu ilma Nebatiti himi jed'e, guutamtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaan wonti kun ta'eef dubbiin Rabbii ka raattichi Akiyaan Seelo'oo dhufe waan Iyyoorbi'aamii ilma Naabaaxii dubbatame akka raawwatamu'uuf; mootichi Roobi'aam yaada bani'ii uduu hin fudhanne wonti dhiiseefillee kanumaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre wonni kun Waaqa irraa waan teeteef, mootichi dubbii kolba'aa hin dhageenne; wonni Waaqi karaa Ahiiyaa nama biyya Shiiloniitiin, ilma Nebaatii Yerobi'aamitti dubbate tanaan muummotte.