2 Chronicles 10:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi arti asi worri Israeli nama d'aloota Daudi ch'ufa iti garagale dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san irraa jalqabee bulchiinsi gara kaabaa bulchiinsa Daawitii irratti ka'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre kolbaan Israa'elii ta gara kaabaa, haga adhaa namoota sanyii Daawitii irratti finqila kaasanee hafane.