2 Chronicles 10:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yeroboamuni, ilmi Nebati, ka qara lafa Misiriti hayyu Solomoni baqate, dubbi tana d'agaye jennaani worra ufiti deebie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoorbi'aam ilmi Naabaaxii mooticha Solomooniin jalaa dheessee waan biyya Misirii keessa jiraata'aa tureef haga waan kana dhagaye biyya Misiriitii deebi'ee gara Israa'elii dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Nebaatii Yerobi'aam, ka Solomoon duraa gara biyya Gibxi'ii baqateeru, oduu tana yennaa dhage'e, deebi'ee dhufe.