2 Chronicles 10:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyu Rehoboamuni jaarole abba isaati mala d'ooftu dubbi suni gaafate waan jed'eeni, Mala naa d'aa, dubbi anini worra kanani jechu male nati hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mootichi Roobi'aam manguddoota hennaa mootichi Solomoon jiru Solomooniin gorsa'aa turaniin «Deebii banii kanaa akka kennu maal na gorsitan?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Rehobiyaamiin mootichi, jaarsolee dur abbaa isaa Solomooniif gorsa kennitu wolitti qabee, «Kolbaa tanaaf deebii attamii akka kennu natti gorsitan?» jedhee gaafate.