2 Chronicles 10:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Yo atini worra kana naate dubbi dansa worra gammachiiftu jetteeni, worri haga jiru jireenna aka dansaa si hojata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Banii kanaa yoo waan mishaa goote, yoo isaan gammachiifte, yoo isaanii garaa laafte isaan baraa haga bara baraa garboota ta'anii sii hojjatan» jedhanii deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Ati kolbaa tanaaf gadhaa laattee, isaan gammachiittee deebii dansaa yoo isaaniif deebitte, isaan yennaa mara si hin tajaajilan» jedhane.