2 Chronicles 10:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
mala na d'aa, waan anini worra ulfinna nura fuud'i naani jed'u kana jed'uuni nati hima jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Worra waanjoo abbee nutti fe'e kana nu irraa buusi naan jedhaniin deebii maal akka isaanii deebisu na gorsitan?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Kolbaa, ‹Waanjoo abbaan keeti nutti fe'e, nutti sallisi!› jettu tanaaf deebii attamii kennina? Gorsa attamii naa kennitan?» jedhee isaan gaafate.