2 Chronicles 11:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonteefi woraanale olkaye. Akanaani worra Yudatifi ka Benjamini harka ufi keesaa bahu d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoota maraa keessa wonte'ee fi woraana kaaye; guddisee jajjabeesse; akka kanaan biyya Yihuuda'aatii fi biyya Biiniyaamii uf jala taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni wonte'ee fi eboo hedduulle qachoota san keessatti tuulchisee, akka isaan guddoo jabaatanu godhe. Maarre inni akkanaan biyya Yihuda'aatii fi biyya Beniyaaminii toowannaa ifii jala galfate.