2 Chronicles 11:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yeroboamuni qaalole ufi ta fulla Waaqa d'ara iti kad'atanifi jinnifi akheekha looni ka inni mid'aase hojattu, fohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Iyyoorbi'aam worra gadootaa ka gaara irratti waaqa tolfamaa worri Yihuudota hin taane waaqeffatan, jinni'iillee akka sagadanii fi waaqa tolfamaa isaatiifillee akka sagadan ufumaa gadoota muudate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerobi'aam fakkii waaqota dharaa ta korbeeyyii re'ootaatii fi jiboota jabbile'ee hujee, addee waaqonfanna'aa ta waaqota dharaa irra dhaabee, hayyoota ifii ta achi tajaajilanu filate.