2 Chronicles 11:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ilma isii Abiyale ijoolle taani ch'ufa ira jaalate nama fulla isaa hayyu tahu isa fohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Roobi'aam waan Abiyaa ilma Ma'aaka'aa mootii taasisuu barbaadeef obboleewwan isaanii irratti bulchaa godhee isa muude.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ilma ifii Abiiyaa ka Ma'akaa irraa uumate mootii godhiisa waan fedheef, ijoollee ifii ta dhibii mara irratti sooressa akka te'u isa file.