2 Chronicles 12:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rehoboamuni akuma hayyu tahe irre horateeni isaafi worri isaa ch'ufti Seera AABBO Waaqaa lakisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootummaan Roobi'aamii akka misha'atti ijaaramee hennaa hunna argate inninii fi baniin Israa'elii maruu seera Rabbii dhiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rehobiyaam mootummaa ifii akkuma jabeeffateen, innii fi kolbaan Israa'elii marti seera Mootii Waan Maraa lakkisane.