2 Chronicles 12:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja hayyuuni Mana AABBO Waaqa d'aqu ch'ufa, askartini wonte suni baate yaatini, duuba eege mana keesati lafa eeganiti deebifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi adaduma mana Rabbii seenuun worri balbala eegan wontee sanniin baadhatanii mootichaan marsan; haga mootichi deemeen maayessa garuu deebisanii mana bulchoota worra mana eeguu keessa kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi gara Galma Waaqaa yennaa dhaqu mara, eeddoti karra mana mootumma'aa wontee san qabatanee, isa woliin dhaqan; yennaa deebi'anu ammoo kolloo eeddotaa keessa keyan.