2 Chronicles 12:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan fed'i Waaqa barbaadu dideefi wollaala tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Roobi'aam waan fedha Rabbii hawwuu dhabeef waan hamaa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni fedhii Mootii Waan Maraa waan hin barbaadiniif, waan hantuu huje.