2 Chronicles 12:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Rehoboamuni tolche haguma geetunu ch'ufa kitaaba odu raaga Shemaitifi raaga Ido keesati t'aafaniti t'aafani. Rehoboamufi Yeroboamuni bara ch'ufa woluma had'ani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mootichi Roobi'aam hojjate maruu jalqabaa irraa haga dhumaa, seenaan maatii isaallee kitaaba seena'aa ka raatticha Shaama'iitii fi raatticha Ado'oo keessatti barreeffameera; Roobi'aamii fi Iyyoorbi'aam hennaa maraa uduu addaan hin kunne wol lola'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni Rehobiyaamiin mootichi bara mootummaa ifii keessa huje jalqabaa haga dhumaatitti, kitaaba dabarsii hidda dhalootaa ka Shemaa'iyaa raagichaatii fi kitaaba dabarsi'ii ka Iddoo mudhii dhagguu keessatti galmeeffamee jiraa motii ree? Rehobiyaamii fi Yerobi'aam bara jiruu ifii mara wol lolane.