2 Chronicles 12:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna shaneeso ka inni lafa mohate, waan worri AABBO Waaqa lakiseefi, hayyuuni Misiri, ka Shishaki jed'ani, d'ufe Yerusalemu had'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amanamummaan isaan Rabbiif qaban waan dhidhateef Roobi'aam mooyee woggaa shaneesso'ootitti mootiin biyya Misirii Shiishaaqi Yerusaalemiin irratti duule.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Mootii Waan Maraatiif addatamuu waan dhabaneef, Rehobiyaam mootii te'ee woggaa shaneesso'ootitti, mootichi Gibxi'ii Shiishaaq Yerusaalemitti duule.