2 Chronicles 12:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyufi jaaroleeni taani wollaala ufi agarte waan jette, AABBO Waaqi d'uga qaba, ka waan kana nu tolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abboonni murti'ii ka biyya Israa'eliitii fi mootichi yakka hojjatan amananii «Wonti Rabbi godhu maruu sirri'i» jedha'aa gad uf deebisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichii fi Sooreyyiin Israa'elii gad ifi qabanee, «Wonni Mootiin Waan Maraa huju marti haqa» jedhane.