2 Chronicles 12:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi herega worra suni arge jennaani ammalle Shemaini dubbate waan jed'eeni, Maro worri wollaala ufi fud'ateefi anini amma worra imballeesu. Hojja Shishakini worra had'ele, anini isa worra hobaasu d'owe, dallansu tiyya ch'ufa Yerusalemu hanqisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka isaan gad uf deebisan haga arge dubbiin Rabbii gara Shaamaya'aa «Isaan waan gad uf deebisaniif ani isaan hin balleessu; guyyaa hago'oon maayessa ani isaan oolcha; ani isaaniin lolee Yerusaalemiin keessatti harka Shiishaaqiititti isaan hin kuffisu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akka isaan gad ifi qabane yennaa dhagge, ammalle jecha ifii gara Shemaa'iya'aa ergee, «Isaan ana Mootii Waan Maraa duratti waan gad ifi qabaneef, ani dafee isaan hin baasa malee isaan hin balleessu. Aariin tiyya karaa Shiishaaqiitiin Yerusaalem irratti hin bobeettu.