2 Chronicles 12:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hataatuti, inni inuma worra dabsata, aka akasiini worri finna kiyyafi ka nama lafa gargari hubatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu akka naa ajajamanii fi akka moototaa ajajamuu baratan isa jalatti bulan» jedhutu dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, isaan ana tajaajiliisii fi mootota biyya lafaa tajaajiliis garaagarummaa akka qabu akka beekanuuf, Shiishaaq isaan hin bulcha» jedhe.