2 Chronicles 12:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Shishakini Yerusalemu d'ufe, faaya Mana Waaqatifi ka mana hayyutifi wonte worqi ta Solomonini mid'aasele ch'ufa fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf mootiin biyya Misirii Shiishaaqi gara Yerusaalemii dhufee galmee mana Rabbii keessa jiruu fi galmee mana mooti'ii keessa jiru maraa fudhate; wontee baay'ee ka Solomoon worqi'iin hojjatellee hin fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Gibxi'ii Shiishaaq Yerusaalem yennaa lole, qabeenna Galma Waaqaatii fi qabeenna mana mootumma'aa saame. Inni waan mara, wontee hedduu Solomoon worqi'iin hujisiiselle fudhate.