2 Chronicles 13:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nu AABBO Waaqa keenna hojanne taka isa illakimne. Qaaloleeni teennaleeni ch'ufti nama d'aloota Haruniti, ta qarqaarsa worra Lawi woliini huji ufi hojattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Nu'uuf garuu Rabbi Waaqa keenna; nu isa hin dhiifne; hojjattoonni Rabbii gadoota ijoollee Aarooniiti; worri Leewwotaallee nu woliin hojjata'aaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nu'uuf ammoo Mootiin Waan Mara Waaqa keenna; nuuti isa hin lakkinne. Hayyooti Mootii Waan Maraa tajaajilanu sanyii Aaronii ti; Lewwooti isaan qarqaaran.