2 Chronicles 13:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqumati nuni deema, qaaloleeni isaleeni ta magalata d'ooftu nu woliini jirti, aka hojja worri magalata d'au nu isani haanu. Isani worra Israeli, AABBO, Waaqa ababoota teesani inhad'ina! Dandeetani indabsatani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi nu woliin jira; inni bulchaa keenna; worri gadootaa ka xurumbaa afuufanillee nu woliin jiran isin irratti xurumbaa afuufan; kanaafuu isin ijoollee Israa'elii! kun waan isinii hin taaneef Rabbii Waaqa abboota teessaniitiin hin lolinaa'a!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, Mootiin Waan Maraa nu woliin jira; inni nu sooressa; hayyooti isaa tultullaa afuufanee lola isinitti hin kaasan. Ee ilmaan Israa'elii, injifatuu waan hin dandeenneef, Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii teessanii hin lolina'a» jedhe.