2 Chronicles 13:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Yuda lola hirba iti kaachise worra Israeli had'e, Waaqi Yeroboamufi askarti isale harka Abiyaatifi, worra Yudati kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuuda'aa gara Rabbii iyyinaan Rabbi Iyyoorbi'aamii fi Israa'eloota maraa Yihuuda'aa fi Abiyaa afo'otti isaan dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Yihuda'aalle qoonqoo ol qabatanee iyyane; yennaa isaan iyyane Mootiin Waan Maraa Abiiya'aa fi namoota Yihuda'aa duratti, Yerobi'aamii fi Israa'eloota mara injifate.