2 Chronicles 13:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli worra Yuda duraa baqate, Waaqi worra Yuda worra dabsachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii banii Yihuuda'aa dheesse Rabbillee isaan dabarsee harka isaaniititti kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi harka worra Yihuda'aatitti Israa'eloota dabarsee waan kenneef, isaan Yihudoota duraa baqatane.