2 Chronicles 13:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abiyaafi duuli isaa guddo worra Israeli dabsate, askarti Israeli nama kuma d'ibba shani fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abiya'aa fi baniin isaa worra Israa'elii dhayanii banii Israa'elii keessaa baniin kuma dhibba shanii worri filataman hin dhumatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiiya'aa fi loltooti isaa lolanee akka malee waan miidhaneef, loltoota Israa'elii keessaa loltoota jajjaba kuma dhibba shan fixane.