2 Chronicles 13:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani worri Yuda maro AABBO, Waaqa ababoota isani gula baheefi, worra Israeli dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san baniin Israa'elii hin salphatan; worri biyya Yihuuda'aa garuu waan Rabbii Waaqa abboota isaaniititti amananiif hin mooyatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Israa'elii yennaa san guddoo qaanowane; namooti Yihuda'aa ammoo Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii ta durii waan addataneef injifatane.