2 Chronicles 13:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abiyaani duula Yeroboamu reebe, dira isaa haga tokole iraa boojie: Betheli, Yeshana, Efronifi ollowaani d'aatu dira kana jirtu ch'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abiyaan Iyyoorbi'aamiin lolee qachoota isaa Beeteelii fi ganda isi'ii, Yishaana'aa fi ganda isi'ii, Efroonii fi ganda isi'ii fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiiyaan Yerobi'aam ari'ee qachoota Bet'el, Yeshaana'aa fi Efron, olloota qachoota san cinaa jiranu woliin isa irraa fudhate.