2 Chronicles 13:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ganna sadi Yerusalemu keesa lafa mohate. Haad'a isaa maqaani Maaka, isiini dubra Urieli, ka dira Gibea bahe. Jennaani woraani jiddu Rehoboamufi Abiya bahe, worri wolhad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Yerusaalemiin keessa jiraata'aa haga woggaa sadihii mooye; haati isaa Mikkayaan mucattii Uri'eelii nama biyya Gibi'a'aa keessatti dhalateeti. Abiya'aa fi Iyyoorbi'aamiin jiddu'utti lola gudda'atu ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Yerusaalem keessa tee'ee, woggaa sad bulche; maqaan haadha isaa Ma'aka'a; isiin intala Urii'elii nama qachaa Giibe'aa ti. Abiiya'aa fi Yerobi'aam wodhakka'atti lolli ka'eeraayyu.