2 Chronicles 13:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuli suni lafa gaareeni ta Efraimuti fuula keesa wold'ufe. Abiyaani gaara Seemaraimu jed'ani kore, Yeroboamufi worra Israeliti lalabe waan jed'eeni, Me, na ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Abiyaan biyya Efreemii ka gaaraa tulluu Tsimaaraayii irra dhaabatee, «Iyyoorbi'aamii fi baniin Israa'elii maruu na dhagayaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abiiyaan biyya koobittii Efreemii keessa gaara Zamaraayimii irra dhaabatee, «Ee Yerobi'aam, isin kolbaan Israa'elii martinuu na dhage'a'a!