2 Chronicles 13:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani aka AABBO Waaqi Israeli wold'aqisa haguma jiru inch'amne Daudini tolfate, haga jiru jireenna isaafi d'aloota isaa hayyuma kenneefi imbeetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitii fi ijoolleen isaa biyya Israa'elii irratti baraa haga bara baraa akka mooyan Rabbi Waandhi Israa'elii waadaa hin diiggamne ka sooqiddaatiin akka waadaa gale hin beettanii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, Gondooroo sooddaa ta haga bara baraatiin, Daawitiif, sanyii isaatiifille, Israa'el irratti mootummaa akka kenne hin beettanuu ree?