2 Chronicles 13:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege worri seseegi woma keesa injirre toko isati mataqe goli isaa tahe. Worri sunini Rehoboamu, ilma Solomoni, kaima arga d'ageeti womatu inqamne, dabse mala ufi hama gula deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waan hamaa hojjatanii fi womaawomteen isa bira dhaqanii hennaa Roobi'aam mucaa diqqaa ta'ee uf irraa isaan dhoogguu hin dandeenne Roobi'aamii ilma Solomooniititti ka'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Solomoonii Rehobiyaam adoo inni daa'imaatuu, yennaa inni womaa godhiisa hin dandeennetti, namooti siyyaayye'ee fi boru-hinbeenneen isa marsanee mormane; ittille jabaatane.