2 Chronicles 14:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Asaleni isaa had'u d'ufe, duuli lachu bale Sefatha keesa d'aatu Maneshati ch'ibra keeyate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aasaan isaan wol lolu'uuf bayee dhooqa Tsiifta'aa keessatti wolitti duulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aasaan isa loliisaaf gad baye; isaan dhooqa Zefaata'aa ta Maaresha'atti dhikoo jirtu keessatti wol loliisaaf addee qabatane.