2 Chronicles 14:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Asafi askartini isaa haga Gerari worra Reebde. Akasiini duula gosa Kushi suni nama heddu, fit'ani, tanaafi worri garagale nyaapa ufira d'owu dad'abe. AABBO Waaqafi askartini isaa worra dabsate askartini sunileeni waan heddu boojite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aasaanii fi baniin isa woliin jiru haga Geerara'aatitti worra Itoophiya'aa ari'anii isaan fixan. Worri Itoophiya'aa sunniin Rabbii fi banii san afo'otti haga badanitti waan mooyatamaniif waan isaan qaban baay'ee booji'anii isaan jalaa fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aasa'aa fi loltooti isaa haga Geraariititti isaan ari'ane; gaafas loltoota Itoophiya'aa keessaa hedduun waan dhumataneef, worri hafe jabaatiisa hin dandeenne; isaan Mootii Waan Maraatii fi loltoota isaa duratti waan bututaneef, loltooti Yihuda'aa boojuu bacaa dhaggatane.