2 Chronicles 14:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan Waaqa d'araati irati sorio baasani guure, d'akhaaye aka utuba d'ad'aabani ch'ach'abse, akheekha Waaqa Ashera jed'ani ch'ire balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hulee ciinca'aa ka waaqa tolfama'aa, hulee itti sagadan ka gaara gubba'aallee diigee soodduullee caccabse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni addee ciinca'aatii fi addee waaqonfanna'aa ta waaqota ormaa diigee, soodduu akka woyyu'uutitti ilaalanu butuchee, utuboota waaqa dharaa ta, «Asheeraa» jedhantuu jijjisse.