2 Chronicles 14:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Yudatini, fed'i AABBO Waaqa ababoota teesani gula yaa, seerafi aada isaa gula yaa jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muka jalatti waaqeffatanillee hin mure; baniin biyya Yihuuda'aa akka isaan Rabbii Waaqa abboota ufii soqan, ajajaa fi seera isaa akka raawwataniif isaan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Yihuda'aa Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii ta durii akka barbaadanu, seeraa fi ajaja isaalle akka eegatanu ajaje.