2 Chronicles 14:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni fulla Waaqa d'ara iti kad'atanifi fulla hit'aani iti aarsani, dira Yuda ch'ufa keesa, balleesefi isaa jalati lafti nagaya horate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoota biyya Yihuuda'aa maraa keessaa hulee itti sagadan ka gaara irraatii fi fakii adu'uu maraa balleesse, mootummaan isaallee nagayaan jiraate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammalle addee waaqonfanna'aa ta waaqota dharaatii fi addee ciinca'aa ta waaqota dharaatiif hixaana irratti aarsanu ta qachoota Yihuda'aa mara keessaa balleesse. Bara bulchiisa isaa mootummaan nageya dhaggatte.