2 Chronicles 14:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni bara suni dira Yuda ch'ufa jabeese jaare, ammalle waan AABBO Waaqi lafa nagaya tolcheefi bara heddu woraani lafa keesaa bade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa Yihuuda'aa marattuu dallawa ijaare; Rabbi waan hara baafata isaa kenneef lafti nagayatti tarte; bara san namni isaan lolu hin jiru ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyyi nageya waan qabaatteef, inni biyya Yihuda'aa keessatti qachoota dalleya dhaka'aa qabanu ijaare. Mootiin Waan Maraa foora waan isaa kenneef, bara san keessa woraanni isatti hin kaane.