2 Chronicles 14:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Asani askarti kuma d'ibba sadi, ta gosa Yuda, ta woraanafi wonte qabdufi askarti kuma d'ibba lamafi saddeetama gosa Benjamini, ta wonteefi t'iya qabdu, qaba. Worri kunini ch'ufti nama jajanna, waan woraana beekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Aasaan loltoota kuma dhibba sadihii ka wontee gugurda'aa fi meeshaa woraanaa hidhatan biyya Yihuuda'aa keessaa, worra ebo'oo fi wontee didiqqaa qabatan loltoota kuma dhibba lamaatii fi saddeettamaa biyya Biiniyaamii keessaa qaba ture; loltoonni kunniin maruu worra jajjabaa guddisanii leenji'an turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aasaan mootichi, Yihudaa keessaa loltoota kuma dhibba sad ta wontee gugurdo'oo fi eboo qabanu, gosa Beniyaamin keessalle'ee loltoota kuma dhibba lamaa fi kuma saddeettama ta wontee didiqqo'oo fi daaya qabanu qabaayyu. Loltooti sun marti loltoota jajjaba dandeettii qabanu.