2 Chronicles 15:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle aka nama ch'ufa, diqaafi gudda yokhaani d'iirafi uwa, ka isa inkad'anne, fit'ani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbii Waaqa Israa'elii hin waaqeffanne nama guddaa ta'ee'e nama diqqaa'a, dhiira ta'ee'e intala akka ajjeefaman kakatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan keessaa nami diqqaan yookiin guddaan, dhiirti yookiin dubartiin ka Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii hin waaqonfanne akka ijjeefamu godhane.