2 Chronicles 15:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Asani akko isaa, Maaka, waan isiini akheekha Waaqa hama Ashera jed'ani mid'aafatefi, guddinna hayyuma, ka isiini qabdu, iraa fuud'e. Inni akheekha suni ch'ach'abse, gargari ch'ire, laga Kidroni keesati gube.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Aasaan akkawoon isaa waan waaqa tolfamaa hulee itti waaqeffatan jalatti hojjatteef hulee ulfinnaatii isii buusee waaqa tolfamaa isi'ii san caccabsee laga Qeediroonii biratti gube.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aasaan mootichi akkoon isaa Ma'akaan, fakkii waaqa dharaa ta «Asheeraa» jedhantu, diqachiittuu waan hujjeef, inni giittummaa irraa isii buuse; fakkii isiin hujjelle caccassee, dhooqa Qedrooniititti gube.