2 Chronicles 15:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni fulla Waaqa iti kad'atani ch'ufa ta lafa keesa jirtu, balleesu baatele, inni haga jiru ch'ufa garaa tokooni AABBO Waaqa hojate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee itti sagadan ka gaara irraa garuu hin balleessine; Aasaan bara jireenna ufii maraa nama mishaa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aasaan addee waaqonfanna'aa ta Israa'el keessaa duudi'iiyyuu diiguu dhabulle, bara jiruu ifii mara Mootii Waan Maraatiif ifi kenne.