2 Chronicles 15:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan abbaani isaa Abiyaani Waaqaa baase ch'ufafi waan worqifi qarsiini mid'aasani ka inni baase woliini, Mana Waaqa keesa kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaa adda addaa, birri'ii fi worqii inninii fi ka abbaan isaa woyyoomse sanillee gara mana woyyuu Rabbii ol galche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni meya adda addaa, meeti'ii fi worqii ka abbaan isaatii fi inninuu Waaqaaf adda baasane fidee, Galma Waaqaa keessa keye.