2 Chronicles 15:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga inni waan kana ch'ufa tolche asi haga ganna sodomi shaneeso ka inni lafa mohate, lafa suni woraani keesaa bade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Aasaan mooye haga woggaa soddomii shaneesso'ootitti sirima lolli hin jiru ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aasaan mootii te'ee haga woggaa soddomii shaneesso'ootitti lolli dhibiin hin kaane.