2 Chronicles 15:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni nami imaltu d'aqufi ka galuleeni nagayaani indeemu, wonti akanatiifi lafa suni ch'ufa keesa gaargala woraana hammaati jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san namni bayee galu maruu nagaya hin qabu; biyya maraa irrattuu sodaa gudda'atu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara san worri biyya lafaa irra le'u marti raafama guddaa keessa waan jiruuf, nami nageyaan bayee, nageyaan galulle hin jiruuyyu.