2 Chronicles 15:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti gosani woli dabsite, dirileeni diraani woldabse, wonti akanatiifi Waaqati gaargalafi d'iba hama worrati buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan rakkinna maraan isaan hucuuca'aa tureef firri fira woliin, qachaanillee qachaa woliin wol lola'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi badii gara garaatiin waan isaan rakkiseef, gosi biyya takkaa gosa biyya taanii balleessitee, qachaan tokko qachaa kaan balleesse.